Dire Sport
927 subscribers
Oduuwwan Ispoortii biyya keessaa fi Alaa
channell kanarraa argachuu dandeessu Afaan oromoo guddisuu fi waa'ee ispoortii waan jiru waliif dabarsuun kaayyoo keenya isa guddaadha!!
Afaan oromoo hundaa olii ittiin haa dubbannu, haa dubbisnu haa barreessinu!